Oomisha kana ijaaruun dura, Waliigaltee Hayyamtaa Mosaajjii waamaraa mosaajjiin kun faayidaa keetiif jecha jalatti hayyamteessame dubbistee fudhachuu qabda.

Jechoota Waliigaltee Hayyamtaa Mosaajjii waamaraa mara yoo dubbistee fudhatte, ijaarsa itti fufuuf 'Hayyamtaa Fudhu' cuqaasi.

Jechoota Waliigaltee Hayyamtaa Mosaajjii waamaraa mara yoo fudhachuu didde, oomisha kana osoo hin ijaarin Masaka Ijaarsaa dhaabuuf 'Didi' cuqaasi.